Luke 11:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Lansi kiyya karaa deemaa ammuma tana natti goree waan itti kennu dhabeera’ yoo jedheen,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Keessuma tokoti ammumatana nati gore, ammo anini waan iti kennu inqabu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaala kiyya tokkootti ka karaa deemuu ammumaan tanaa na goree waan itti kennuu dhabee’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiriyyaan kiyya tokko ka imala deema'aaru natti gore; ani waan isaa kennu dhabee› yoo jedhe;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiriyyaan kiyya tokko imala deema'aa natti gore, ani waan isaa kennu dhabe› yoo jedhe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waahela kiyya ka ta'e naminni tokko karaa fago'oo natti dhufee, nyaata dhiyeessuuf womaa hin qabu!› yoo jedheen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lansi kiyya karaa deemaa ammuma tana natti goree waan itti kennu dhabeera› yoo jedheen,