Luke 12:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eennulle Ilma Namaa mormee dubbii ka dubbatu araara hin dhaggata; ammoo eennulle Ayyaana Woyyicha mormee ka faanshessu araara hin dhaggatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Ilma Nama arabsu ch'ufa inaraaramaniifi, ammo nami Lubbu Qulqullo arabsu araarama inargatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama Ilma Namaa arabsu cufaa, inaraaramaniif, nama ammoo Hafuura Qulqulloo arabsuu inaraaraman.”
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama Ilma namaa arrabse maraafuu hin dhiifama. Ka Ayyaana Woyyuu arrabsee ammo hin dhiifamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nama Ilma namaa arrabse maraafuu hin dhiifama. Ka Ayyaana Woyyuu arrabsee ammoo hin dhiifamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilma Namaa irratti dubbii arrabaa ka dubbatu yoo jiraate balleessaa isaatiif dhiifaminni ni taasfamaaf, Hafuura Qulqulluu irratti dubbii arrabaa ka dubbatu yoo jiraate garuu, balleessaa isaatiif dhiifaminni hin taasfamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle Ilma Namaa mormee dubbii ka dubbatu araara hin dhaggata; ammoo eennulle Ayyaana Woyyicha mormee ka faanshessu araara hin dhaggatu.