Luke 12:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Yennaa isaan Mana Waaqeffannaa Yihudootaatitti, bulchitoota fi worra baallii qabu duratti, murti'iif isin geessane, attam akka falmattanu yookiin maan akka dubbattanu hin yaadina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo Mana Waaqatiifi jaarolefi nama gugurda dura isani geesani, waan deefattaniifi waan dubbattani iyaadiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Yo mana waldeennaatti, yokaan jaarrolee fi nama gugurdaa dura isan geessan, waan deebfattanii fi waan dubbattan hin yaadinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookaan maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookiin maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Namoonni gara bakka wolgayi'ii isaanii isin fidu'uuf, worra bittootaa fi bulchitootaa duranatti'llee murti'iif yoo isin dhiyeessan, ‹maal deebifinna? Attamitti'llee dubbanna?› jettanii, hin sarddaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa isaan Mana Waaqonfannaa Yihudootaatitti, bulchitoota fi worra baallii qabu duratti, murti'iif isin geessane, attam akka falmattanu yookiin maan akka dubbattanu hin yaadina'a.