Luke 12:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san Ayyaanni Woyyichi waan isin dubbatu'uuf maltane isin barsiisa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Lubbuuni Qulqullooni hojuma suni waan isani jechu maltani isani barsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii Qulqulloon yoma sun waan isan jechuu maltan isan barsiisaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Woyyuun hennama san waan dubbatuu qabdan isin barsiisa» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Woyyuun hennama san waan dubbatuu qabdan isin barsiisa» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan dubbachuun isin irra malu yeroo sanitti, Hafuurri Qulqullu'uun isinitti ni hima.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san Ayyaanni Woyyichi waan isin dubbatu'uuf maltane isin barsiisa» jedhe.