Luke 12:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumii keessaa nami tokko, Yesuusiin, “Barsiisa'a, dhaala abbaa keennaa, akka anaaf qoodu obboleessa kiyyatti himi” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko gumi keesa waan isaani jed'e Aabbo, oboleesa kiyyaani, D'aala qoodiifi jed'i.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii tokko gumii keessaa, “Barsiisaa, akka obboleessii kiyya, dhaala abbaan keenna nuu lakkisee du'e naa qoodu itti naa himi!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumii keessaa namni tokko Yesuusiin, «Barsiisaa'a! dhaala abbaa keennaa akka naaf qoodu obboleessa kiyyatti himi» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gumii keessaa namni tokko, Yesuusiin, «Barsiisaa'a, dhaala abbaa keennaa, akka naaf qoodu obboleessa kiyyatti himi» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummata jiddu'uu naminni tokko Yesusiin, «Yaa barsiisaa, qabiyyee abbaan keenna nu dhaalchise akka naa qoodu'uuf, yabo'oo obboleessa kiyyatti naa himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumii keessaa nami tokko, Yesuusiin, «Barsiisa'a, dhaala abbaa keennaa, akka naaf qoodu obboleessa kiyyatti himi» jedheen.