Luke 12:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Itti aansee inni isaan maraanuu, “Jireenni namaa baceenna karraatiinii moti; tanaaf ilaalladha'a, joljolummaa maraa irraa ifi eegadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan biyyaani jed'e, Me hubad'a, d'arraa ch'ufa eegad'a; wonti akanatiifi jireenni namaa qabeeni isaa keesa injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan biyya cufaan, “Me hubadhaa, dharraa cufaa eegadhaa! Jireennii namaa qabeenna isaa guddaa keessa hinjiru” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Jireenni namaa guddinna qabeennaatiin waan hin taaneef uf eeggadhaa'a; dharraa maraa irraa uf eegaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Jireenni namaa guddinna qabeennaatiin waan hin taaneef, uf eegadhaa'a, dhara maraa irraa uf eegaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssee isaan maraanuu akkana ni jedhe, «Lubbuun namaa baayi'inna qabeennatiinii miti, kanaaf ufi eeggadhaa, dondhummaa irraa'llee, ufi eegaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti aansee inni isaan maraanuu, «Jireenni namaa baceenna karraatiinii moti; tanaaf ilaalladha'a, joljolummaa maraa irraa ifi eegadha'a» jedhe.