Luke 12:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus isaanitti mammaakee, “Namichi dureessi ka fichaa midhaan hedduu baase qabu tokko jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime waan jed'eeni, Oobruuni nama dureesa toko guddo mid'aani baafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan mammaassa kana warratti himee, “Oobruun nama dureessa tokkoo guddoo midhaan baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus isaanitti mammaakee, «Qonni namicha dureessa tokkoo sanyiin isaa guddisee toleef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus isaanitti mammaakee, «Qonni namicha dureessa tokkoo sanyiin isaa guddisee toleef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus fakkeenna kana akkana jechu'uun isaanitti ni hime, «Qonni isaa callaa baayi'ee ka isaa arigamisiiseef namicha dureessa tokkotu jira ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus isaanitti mammaakee, «Namichi dureessi ka fichaa midhaan hedduu baase qabu tokko jira.