Luke 12:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Nami lafa tana irratti ifiif karra kuufatu, Waaqa duratti ammoo ka dureessa hin te'in akkasuma te'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hori lafa keyate ammo gara Waaqa durooma inqamne akasuma taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii horii lafa keeyyatee, ammoo gara Waaqaatii durummaa hinqamne akkasuma ta'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni qabeenna ufiif tuulatu ka Rabbiin biratti dureessa hin taane akka kana ta'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni qabeenna ufiif tuulatu ka Rabbiin biratti dureessa hin taane akka kana ta'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Mataa isaatiif arddii irratti qabeenna ka wolitti qabatu, Waaqa duranatti garuu naminni hiyyeessa ta'e, akkanuma kana ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami lafa tana irratti ifiif karra kuufatu, Waaqa duratti ammoo ka dureessa hin te'in akkasuma te'a» jedhe.