Luke 12:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus barattoota ifiitiin, “Maarre ani isinitti hima, jireenna keessaniif maan nyaanna yookiin nafa keessanitti maan uffanna jettanee hin yaadina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni waan jara ufitiini jed'e, Wonti anini, Waan sagale yokhaani woya uyifatani inqulqulliina jed'eefi tana.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara ufiitiin, “Sagalee, jireenna, nafa keessan yokaan waan wayaa uyyifatanii hin yaadinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yesuus darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Jireenna keessaniif maal nyaanna, yookaan nafa keessanitti maal uffanna jettanii hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Jireenna keessaniif maal nyaanna yookiin nafa keessanitti maal uffanna jettanii hin yaadinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus barattoota isaatiin akkana ni jedhe, «Kanaaf lubbuu keessaniif, ‹maal nyaanna? Qaama keessaniif'llee maal uffanna?› jechu'uun, waayee jireenna keessaniitiif hin sarddaminaa isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus barattoota ifiitiin, «Maarre ani isinitti hima, jireenna keessaniif maan nyaanna yookiin nafa keessanitti maan uffanna jettanee hin yaadina'a.