Luke 12:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jireenni nyaata caalaa, nafi woyaa caalaa guddoo barbaachisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi jireenni sagale ira jira, nafileeni woya ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jireennii sagalee irra jira, nafiilleen wayaa irra jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jireenni nyaata irra, naftillee uffata waan caaluuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jireenni nyaata irra, naftillee uffata waan caaluuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nyaata irra lubbuun, uffata irra'llee qaaminni ni caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jireenni nyaata caalaa, nafi woyaa caalaa guddoo barbaachisa'a.