Luke 12:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Me harraaqessoota ilaala'a: isaan midhaan hin facaasanu yookiin haamanee hin galchanu; addee midhaan itti galchanu yookiin gootaraa hin qabanu; Waaqi isaan nyaachisa. Isin guddoo sinbirroota caaltan!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me haranqeesa ilaala; mid'aani oobre imuru, khod'o inqabu ta mid'aani iti guuratu; ammo Waaqi isa nyaachisa. Isani simpirre guddo ira jirtaniniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Me harraanqeessa laalaa; midhaan oobree hinmuru, kodhoo midhaan itti guuratu hinqabu; ammoo Waaqii isa soora. Isan ammoo guddoo simphirree irra jirtan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harraageyyii laalaa'a; hin facaafatan, hin haamatan, mi'a manaa yookaan gootaraa hin qaban. Rabbi ammo isaan hin nyaachisa. Isin hoo simbirran hin caaltanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Harraageyyii laalaa, hin facaafatan, hin haamatan, mi'a manaa yookiin gootaraa hin qaban. Rabbi ammoo isaan hin nyaachisa. Isin hoo simbirran hin caaltanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mee sinbbirroota laalaa! Isaan hin facaasan yookiin hin haaman, bakka midhaan itti kuufataa yookiin gootaraa hin qaban, haa ta'u malee Waaqinni isaan ni soora, isin ammoo sinbirroota dachaa baayi'een ni caalttan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me harraaqessoota ilaala'a: isaan midhaan hin facaasanu yookiin haamanee hin galchanu; addee midhaan itti galchanu yookiin gootaraa hin qabanu; Waaqi isaan nyaachisa. Isin guddoo sinbirroota caaltan!