Luke 12:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo waan diqqoo akkanaa kanaayyuu dandeettanee hin goone, maaf marroo waan dhibi'iitiif yaaddan ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo waan diqo suni indandeenne, maafi waan d'ibii gaargaltani re?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo waan diqqqoo sun hindandeennee, maaf waan dhibii gaargaltan ree?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu waan diqqoo tana ka hin dandeenne yoo taatan maaf waan biraatiif yaaddoftan?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu waan diqqoo tana ka hin dandeenne yoo taatan maaliif waan biraatiif yaaddoftan?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eega waanuma diqqittii kanaa raawwachu'uuf ka hin dandeenne yoo taatan, waayee maali'iitiif waan bira'aatiin sarddamittan ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo waan diqqoo akkanaa kanaayyuu dandeettanee hin goone, maaf marroo waan dhibi'iitiif yaaddan ree?