Luke 12:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Tanaaf ‘Maan nyaanna? Maan unna?’ jedhaa yaadaan hin rakkatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan nyaattani d'uddani qulqulltani imudamiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf waan nyaattanii, dhuddan yaaddanii hinmudamiinaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin, ‹Maal nyaanna? Maal dhunna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin ‹Maal nyaanna? Maal dhunna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Kanaaf, ‹maal nyaanna? Maal'llee dhuginna?› jettanii yaadu'uun, hin sarddaminaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf ‹Maan nyaanna? Maan unna?› jedhaa yaadaan hin rakkatina'a.