Luke 12:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee tanaa, mootummaa Waaqaa barbaada'a, tun marti isiniif hin dabalanti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ammo qara Finna isaa barbaada, duuba wonti kuni ch'ufti teesani taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo qaraa Mootummaa isaa barbaadaa, duuba wantii kun cuftii teessan taatii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Irra caalaa ammo jeennata Rabbii soqaa'a, kun maruu isinii eda'amaa.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo, jeennata Rabbii soqaa'a, kun maruu isinii eda'ama.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra Mootummaa Waaqaa barbaadaa, wonittoonni kunniin marrinuu isiniif ni dabalaman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee tanaa, mootummaa Waaqaa barbaada'a, tun marti isiniif hin dabalanti.