Luke 12:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Gumii diqqo'o, Abbaan keessan mootumaa ifii isinii kenniisaaf waan jaallateeruuf, hin sodaatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insodaatiina, gumi diqo! Wonti akanatiifi Abbaani keesani Finna isaa isanii kennu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus itti dabaree, “Hinsodaatinaa! Gumii diqqoo, abbaan keessan Mootummaa isaa isanii kennuu fedhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gumii diqqoo'o, abbaan keessan jeennata isinii kennu'uuf fedhii isaa mishaa waan ta'eef hin sodaatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin gumii diqqoo'o, abbaan keessan jeennata isinii kennu'uuf fedhii mishaa isaa waan ta'eef hin sodaatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin akka gobbuu maandha'aa ka taatan worri kiyya hin sodaatinaa, Abbaan keessan ka sami'ii mootummaa isinii kennu'uuf jaalatee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gumii diqqo'o, Abbaan keessan mootummaa ifii isinii kenniisaaf waan jaalateeruuf, hin sodaatina'a.