Luke 12:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan qaddanu mara gurgura'aatii beesee worra hiyyeeyyi'iif kenna'a. Subba beese'ee ka hin dulloonne qopheeffadha'aatii beesee teessan addee hattuun hin dhaqqannee fi biliin hin balleessine ol-gubba'atti maffadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan qabdani gurgura, eebaani wo namaa kenna. Subba indulomane mid'aafad'a, hori gubba jiru ka inhobaamne olkeyad'a, fulla hattuuni iti ind'iaanne yokhaani fulla bilaachi imballeesine.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan qabdan gurguraa, eebbaan wa namaa kennaa. Subba hindulloommanne midhaafadhaa, horii gubbaa jiru ka hinhobbaamne, fulaa hattuun itti hindhi'aanne yokaan fulaa dholdholeen hinballeesineef olkeeyadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna keessan gurgura'aatii worra hiyyeeyyi'ii kennaa'a. Hulee hattuun itti hin dhiyaannee fi bakka xiinxanaan hin balleessinetti qabeenna hin dhumanne ka sami'iititti korojoo hin moofnetti ufiif kaayadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qabeenna keessan gurgura'aatii worra hiyyeeyyi'ii kennaa'a. Hulee hattuun itti hin dhiyaanneef bakka xiinxanaan hin balleessinetti qabeenna hin dhumanne ka sami'iititti korojoo hin moofnetti ufiif kaayadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan qabddan maraa gurgura'aatii qarshii hiyyeesotaaf kennaa, korojoo hin moofinne ka qarshi'ii'llee qopheeffattanii, qarshii keessan bakka hattuun bira gayuu hin dandeenne, bakka biliin'llee itti hin nyaannee fi gonkumaa bakka itti hin dhuminne, Mootummaa Sami'ii kaayaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan qaddanu mara gurgura'aatii beesee worra hiyyeeyyi'iif kenna'a. Subba beese'ee ka hin dulloonne qopheeffadha'aatii beesee teessan addee hattuun hin dhaqqannee fi biliin hin balleessine ol-gubba'atti maffadha'a.