Luke 12:34 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addee beeseen teessan jirtu gadhaan keessanille hin jiraata” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi fulla horiini keesani jiru garaani keesanileeni jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif fulaa horiin keessan jiruu garaan keessaniileen jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee qabeenni keessan jiru yaanni keessanillee achuma waan jiraatuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee qabeenni keessan jiru yaanni keessanillee achi waan jiraatuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qarshiin keessan bakka jirutti, onneen keessan'llee achuma ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee beeseen teessan jirtu gadhaan keessanille hin jiraata» jedhe.