Luke 12:36 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajiltoota goottaan isaanii jila fuudhaatii deebi'u eegatanu fakkaadha'a. Yennaa inni dhufee balbala dhodhowe, isaan yoosuma hin banan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka hojattu abba isaani ka fuud'a galu worrati eeddu taha, aka hojja inni gale balbala d'ad'au bananiifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka hojjattoota abbaa isaanii ka fuudha galuu warratti eedduu, ta yo innii galee balbala dhadha'u hurrichee bantuufii ta'aa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan hojjattoota gooftaan isaanii cidha fuudhaa fi heerumaatii galee hennaa balbala dhadhayu, akkuma inni balbala dhadhayeen isa jalaa banu'uuf qophaayanii isa eegan sanniin fakkaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkaataa kanaan'llee gooftaan isaanii mana cidhaatii deebi'uu isaa tajaajilttoonni eeggataniin fakkaadhaa, isaan'llee gooftaan isaanii dimmaa dhufee balbala yeroo dhadhayutti, dadafaanii banu'uuf qophaayota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltoota goottaan isaanii jila fuudhaatii deebi'u eegatanu fakkaadha'a. Yennaa inni dhufee balbala dhodhowe, isaan yoosuma hin banan.