Luke 12:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo tana beeka'a: abbaan manaa sa'aatii hattuun itti dhuttu adoo beekee, hattuun mana isaa cassitee akka seentuuf hin lakkisu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan kana beekha, Abbaani mana ato sila hojja hattuuni d'uftu beekhe ineega, aka mana isaa nama ch'absu d'owu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee waan kana beekaa! Abbaan manaa adoo silaa yo hattuun dhuftu beekee, akka mana isaa namii hincabsine ineegata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kana ammo beekaa'a; abbaan manaa sa'aatii hattuun itti dhuftu uduu beekee silaa hattuun mana isaa akka qottu itti hin dhiisu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kana ammoo beekaa'a, abbaan manaa sa'aatii hattuun itti dhuftu uduu beekee, silaa hattuun mana isaa akka qottu itti hin dhiisu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kanaan'llee kana beekaa, naminni tokko saa'aatii hattuun itti dhufu uduu beekeetii, hattuun mana isaa qotee akka aseenuuf hin dhiisuun ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo tana beeka'a: abbaan manaa saatii hattuun itti dhuttu adoo beekee, hattuun mana isaa cassitee akka seentuuf hin lakkisu.