Luke 12:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi Namaalle sa'aatii isin isa hin eennetti waan dhufuuf, isinille qophowa'aatii eegadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni kurfo taha; wonti akanatiifi Ilmi Nama, ato isani imbeekane d'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniilleen akkasuma kurfoo taa'aa; wantii akkanatiif ilmii namaa, adoo isan hinbeennee dhufaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo Ilmi Namaa sa'aatii isin hin qaabannetti waan dhufuuf qophaaya'aa jiraadhaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammo qophaaya'aa jiraadhaa'a. Ilmi namaa sa'aatii isin hin qaabannetti waan dhufuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ilmi Namaa'llee saa'aatii isin hin yaadatnitti dimmaa ni dhufa, kanaaf isin'llee qophaaya'aatii isa eegaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Namaalle saatii isin isa hin eennetti waan dhufuuf, isinille qophowa'aatii eegadha'a!» jedhe.