Luke 12:43 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tajaajilaan goottaan isaa yennaa deebi'ee dhufu akkanuma hojjatiisatti jiruun dhaggu sun ka eebbifame!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ayyaana hojattu suni ka abbaani, yo gale, isa akasi tolchu argu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hojjataan abbaan, isaa yo gale, isa akkas hojjatu arguu ka badhadhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan hennaa gooftaan isaa deebi'ee dhufu uduu hojjatu arguun sun eebbifama'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjataan gooftaan isaa deebi'ee hennaa dhufu uduu inni hojjatu arguun sun eebbifama'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan isaa bakka dhaqee yeroo deebi'utti akkuma ajajame uduu raawwatu tajaajilaan inni argatu, attami ka eebbifame!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan goottaan isaa yennaa deebi'ee dhufu akkanuma hojjatiisatti jiruun dhaggu sun ka eebbifame!