Luke 12:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugumaan isiniin jedha, goottaan tajaajilaa san karra ifii mara irratti itti gaafatamaa hin godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma, waan anini isaniini jed'u, inni gudda hori ufi ch'ufa namicha suni tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugumaan, isanitti himaa, innii guddaa horii ufii cufa namicha sun tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan isiniin jedha waan qabu maraa irratti isa muuda.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani dhugamaan isiniin jedha waan qabu maraa irratti isa muuda.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaan isiniin jedha, tajaajilaa san itti gaafatamaa qabeenna maraa taasisee, ni muudaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan isiniin jedha, goottaan tajaajilaa san karra ifii mara irratti itti gaafatamaa hin godha.