Luke 12:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo tajaajilaan sun, ‘Goottaan kiyya dafee hin dhufu hin tura’ jedhee yaadatee, nyaataa unaa, machowaa tajaajiltoota dhiiraatii fi dubarti'ii dhaaniisatti yoo ka'e,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo hojattuuni, abbaani kiyya yayu ture jette, tissele d'ibi ta d'iiratifi ta uwale d'aanicha iti kae, nyaate d'uge machae,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo ammoo hojjataan sun, ‘Abbaan kiyya yaayyuu ture’ jedhee, hojjataa dhibii ka dhiiraatii fi ta uwwaallee dhaanichaa itti ka'ee, nyaatee, dhugee, macha'ee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu yoo hojjataan sun yaada ufii keessatti, ‹Gooftaan kiyya dafee hin dhufu› jedhee yaadee nyaata'aa, dhuga'aa machaaya'aa, hojjattoota dhiiraatii fi dubartoota isa woliin hojjatan tumuu jalqabe,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Garuu yoo hojjataan sun yaada ufii keessatti, ‹Gooftaan kiyya dafee hin dhufu› jedhee yaadee nyaata'aa, dhuga'aa maachaya'aa, hojjattoota dhiiraatii fi dubartoota isa woliin hojjatan tumuu yoo jalqabe,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu tajaajilaan sun, ‹gooftaan kiyya dadafee hin dhufu ni tura› jedhee yaadu'uun, nyaata'aa, dhuga'aa, machaaya'aa'llee tajaajilttoota dhiiraa fi dubarttootaa dhaanuu jala ni qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo tajaajilaan sun, ‹Goottaan kiyya dafee hin dhufu hin tura› jedhee yaadatee, nyaataa unaa, machowaa tajaajiltoota dhiiraatii fi dubarti'ii dhaaniisatti yoo ka'e,