Luke 12:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
goottaan isaa guyyaa inni hin eennee fi sa'aatii inni hin beennetti deebi'ee hin dhufa, isa hin ciccira, qooda isaalle warra hin dhugeeffanne woliin godha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
abbaani hojattu suni guyya inni insehannefi hojja inni imbeenne d'ufe aka male isa d'aane, aka jara d'ugefacha inqamne tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
abbaan hojjataa sun guyyaa innii hinse'annee fi yo innii hinbeene dhufee mataa isaa tatarsaasee, akka jara dhugeeffachaa hinqamnee tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan hojjataa sanii guyyaa inni hin eeggannee fi hennaa inni hin beennetti dhufa. Bakka lamatti isa baqqassa; hiree isaallee worra hin amanamne woliin taasisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan hojjataa sanii guyyaa inni hin eeggannee fi hennaa inni hin beenneetti dhufa. Bakka lamatti isa baqqassa hiree isaallee worra hin amanamne woliin taasisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee gooftaan isaa guyya'aa fi saa'aatii itti hin eegaminitti dimmaa ni dhufa, tajaajilaa san'llee ciminnaan ni adabaan, carraa isaa'llee sobddootaan woliin akka ta'u ni taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
goottaan isaa guyyaa inni hin eennee fi saatii inni hin beennetti deebi'ee hin dhufa, isa hin ciccira, qooda isaalle worra hin dhugeeffanne woliin godha.