Luke 12:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani ibidda lafatti buusiisaaf dhufe, adoo duruu bobeeffamee jiraate ani attam halchaayyu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ibida lafati buusu d'ufe, ato sila qara bobae ira dansa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Anin ibidda lafaatti buusuu dhufe; ibiddii adoo qaraa duraanuu bobba'ee akkam dansaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani lafa irratti ibidda buusu'uuf dhufeera Amumaa uduu daddafee naa qabatee attam natti tolaa!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani lafa irratti ibidda buusu'uuf dhufeera Amumaa uduu daddafee naa qabatee attam na tolaa!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Kunoo! Ani arddii irratti ibidda fidee jira, eegaa dafee yoo naaf bobayee attamitti jaaladha ture!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani ibidda lafatti buusiisaaf dhufe, adoo duruu bobeeffamee jiraate ani attam halchaayyu!