Luke 12:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani cuuphama cuuphamaaru tokko qaba, haga inni muummowutti ani attam rakkadha!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini batiso argachu male qaba; haga argad'uti akamiini gaargala kana keesa baha!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin cuuphama argachuu male qaba; haga argadhuutti akkamiin gaargala kana keessaa ba'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo cuuphaa cuuphamuu na baarbachisu tokkotu jira; haga inni raawwatamuuf akka malee dhiphadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo cuuphaa cuuphamuu na baarbachisu tokkotu jira; haga inni raawwatamuuf akka malee dhiphadha?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ani ka cuuphamu cuuphama sarddamaa ni qaba, inni'llee haga raawwatamutti boqannaa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani cuuphama cuuphamaaru tokko qaba, haga inni muummowutti ani attam rakkadha!