Luke 12:52 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammaa jalqabanee maatiin mana tokkoo shanan, sadiin lamaaniin wol mormanee lamaan sadiinii wol mormanee gargar hin bayan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Armaa achi mana toko keesa nami shani gargari qoodama, moga toko nama lama, taani sadi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Armaa achi mana tokko keessa namii shan gargarii ba'a, gama tokko namii lama gama kaan ammoo namii sadii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma irraa jalqabee mana tokko keessatti maatii shantu jiraata. Sadiin lama irratti, lamaan sadiin irratti ka'anii addaan fooyaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammarraa jalqabee mana tokko keessatti maatii shantu jiraata. Sadiin lama irratti lamaan sadiin irratti ka'anii addaan fooyaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma irraa jala qabee maatii tokko keessa ka jiran namoonni shanii adda ni fooyaman, sadiin lamaan irratti, lamaan'llee sadiin irratti ka'anii wol ni dhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammaa jalqabanee maatiin mana tokkoo shanan, sadiin lamaaniin wol mormanee lamaan sadiiniin wol mormanee gargar hin bayan.