Luke 12:54 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus kolba'aan, “Isin yennaa duumensi karaa aduun seentuun dhufe, yennuma san bokkeenni roobaara jettan; hin rooballe'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yesoni waan gumiini jed'e, Hojja dumansa ila galchuuti argitani, Bokeeni irooba jettani, duuba bokeeni irooba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Yesus gumiin, “Yo duumanssa ila galchuutti argitan, ‘Bokkeennii inrooba’ jettan, duuba bokkeennii inrooba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus banii saniin deebi'ee akkana jedhe, «Hennaa duumessi dhiyaa bayu yoo argitan yoma san, ‹Roobni hin rooba› jettan; akkasuma hin rooba.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus banii saniin deebi'ee akkana jedhe, «Hennaa duumessi dhiyaa bayu yoo argitan yomasan, ‹Roobni hin rooba› jettan akkasuma hin rooba.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana Yesus ummataan akkana ni jedhe, «Duummessa gara dhiyaatiin yoo argitan bakkumatti, ‹kunoo, adha roobu'uuf!› ni jettan, dhugamaanuu ni rooba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus kolba'aan, «Isin yennaa duumensi karaa aduun seentuun dhufe, yennuma san bokkeenni roobaara jettan; hin rooballe'e.