Luke 12:57 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Isin waan dhugaa te'e ifumaa maaf hin murre?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan d'uga maafi beekhu dad'abdani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Isan maaf waan dhugaa beeku dadhabdan?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin wonti qajeellumma'aan hin murteessineef maali'ii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin wonti qajeellumma'aan hin murteessineef maali'ii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Eegaa waayee maali'iitiif isin mataan keessanuu, waan sirrii ta'e beekitanii hin murteessine?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin waan dhugaa te'e ifumaa maaf hin murre?