Luke 12:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Rifeensi mataa keessaniituu maraa laakkowameera. Maarre hin sodaatina'a; isin sinbirroota didiqqoo san caalaa gatii guddoo qaddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana lakisa, rifeensa mata keesanile ch'ufa yayu hedani. Insodaatiina: gatiini teesani ta simpirre ira jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sun lakkisaa, rifeensa mataa keessaniillee cufa yaayyuu hedan. Hinsodaatinaa! Gatiin teessan ta simphirree irra jirtii” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rifeensi mataa keessaniituu uduu hin hafin laakkayameera. Maarre handarii hedduu san waan caaltaniif hin sodaatinaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rifeensi mataa keessaniituu uduu hin hafin laakkayameera. Maarre handarii hedduu san waan caaltaniif hin sodaatinaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Keessan ammoo rifeenissi mataa keessan marri'llee ka laakkaayame, kanaaf hin sodaatinaa! Isin sinbirroota shishiikkoo baayi'ee ni caalttan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rifeensi mataa keessaniituu maraa laakkowameera. Maarre hin sodaatina'a; isin sinbirroota didiqqoo san caalaa gatii guddoo qaddan.