Luke 12:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani isinitti hima, eennulle nama dhibii duratti ka anaaf dhugaa bayu, Ilmi Namaalle ergantoota Waaqaa duratti akkasuma isaaf dhugaa baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woni anini jed'u, Nama nama durati na d'ugeesu ch'ufa Ilmi Nama malaika Waaqa durati d'ugeesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin isanitti himaa, nama nama duratti naa dhugeessu cufa Ilmii Namaa ergamtoota Waaqaa duratti indhugeesaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani akkana isiniin jedha, ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu, Ilmi namaallee maleekkota Rabbii afo'otti ragaa bayaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ani akkana isiniin jedha, ka nama afo'otti ragaa naa bayu maraafuu, Ilmi namaallee maleekkota Rabbii afo'otti ragaa bayaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Uduu hin saalifatin nama duranatti ka ragaa naa bayuuf, ani'llee ammoo maleyikkoota Waaqaa duranatti, ragaa ni bayaaf isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani isinitti hima, eennulle nama dhibii duratti ka naaf dhugaa bayu, Ilmi Namaalle ergantoota Waaqaa duratti akkasuma isaaf dhugaa baya.