Luke 13:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Guyyaa Sanbataa Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti barsiisiisatti jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato Yesoni mana Waaqa iti kad'atani toko keesati nama barsiisu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Sanbataa Yesus mana waldeennaa tokko keessatti nama barsiisuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus guyyaa Sambataa mana sagada Yihuudotaa tokkotti barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus guyyaa Sambata diqqa'aa mana sagada Yihuudotaa tokkotti barsiisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yesus Guyyaa Sanbbata diqqa'aatiin bakka wolgayi'ii isaanii keessaa, tokkotti ni barsiisa ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Guyyaa Sanbataa Mana Waaqonfannaa Yihudootaa keessatti barsiisiisatti jiraayyu.