Luke 13:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubartiin woggaa kudhanii saddeeti ayyaanni hamaan gugguusiseeru takkalle achi jirtiiyyu. Isiin akka malee gugguuttee qajeeltee dhaabbatuu hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini toko ta jinniini haga ganna kud'ani saddeeti fayya d'owarte achi jirti; isiini gajette dandeete aka dansa olinqajeltu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Niitii tokkootti ta jinniin haga ganna kudhanii saddeetii fayya dhowarte achi jira? isiin gajjettee dandeettee akka dansaa olinqajeeltu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san dubartiin woggaa kudha saddeetiif ayyaana hama'aan qabamtee ta duddi isi'ii gad goge takkatu achi ture. Isiinillee waan gad goddeef ol qajeeltee deemuu hin dandeettu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san dubartiin woggaa kudha saddeetiif ayyaana hama'aan qabamtee ta duddi isi'ii gad goge takkatu achi ture. Isiinillee waan gadi goddeef ol qajeeltee deemuu hin dandeettu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
achiin duubatti'llee woggaa kudha saddeetii jala qabee hafuurri battiin dudda isi'ii ka gopheesseen dubarttii takkatu jira ture, isiin'llee hiin isi'ii gophuu isaatiin, ol jedhu'uuf gonkumaa hin dandeettu turtte.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartiin woggaa kudhanii saddeeti ayyaanni hamaan gugguussiseeru takkalle achi jirtiiyyu. Isiin akka malee gugguuttee qajeeltee dhaabbatuu hin dandeenne.