Luke 13:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma dubartiin sanyii Abrahaamii teetu tun, ta woggaa kudhanii saddeeti Seexanaan hidhantee turte, guyyaa Sanbataatiin hiikamu'uu hin mallee ree?” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaartiini tuni, ta dubra Abrahamu, ta Sheet'ani ganna kud'ani saddeeti hid'e, guyya Sabato hid'aansa kana keesa bahu himmalle?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaartiin dubra Abrahaam, tunin ta sheexanii ganna kudhanii saddeetii hidhe, guyyaa Sanbataa hidhansa kana keessaa ba'uu hinmallee?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Intalti tun Fiixaa Abrahaamii taatee woggaa kudha saddeetiif ta jinniin hidhe guyyaa Sambataatiin hidhaa kana keessaa hiikkamuun isii hin barbaachisuu ree?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Intalti tun Fiixaa Abrahaamii taatee woggaa kudha saddeetiif ta jinniin hidhe guyyaa Sambataatiin hidhaa kana keessaa hiikkamuun isii hin barbaachisuu ree?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, fiixaa Abrahaamii ka taate dubarttiin tun woggaa kudha saddeetii guutuu, sheexanaan hidhamttee sarddama'aa jiraattee jirtti, eegaa, bakka isiin hidhamttee ittiin makkaraarttuu guyyaa Sanbbataatiin hiikamuun isi'iin irraa hin maluu ree?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma dubartiin sanyii Abrahaamii teetu tun, ta woggaa kudhanii saddeeti Seexanaan hidhantee turte, guyyaa Sanbataatiin hiikamu'uu hin mallee ree?» jedheen.