Luke 13:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbii tana yennaa inni dubbate, worri isa mormu mara qaanowe; kolbaan ammoo kancira inni huje maratti gammadde.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akkas jennaan nyaaphii isaa cuftii ceeree, gumiin cuftii waan mamaa ka innii tolcheetti gammadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni waan kana dubbate worri morman maruu saalfatanii waan maalalee isaan jiddu'utti godhame maraaf baniin maruu hin gammade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni waan kana dubbate waan morman maruu saalfatanii waan maalalee isaan jiddu'utti godhame maraaf baniin maruu hin gammade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haasaya isaa kanaan'llee Yesus mormmitoota isaa maraa ni saalifachiise, ummanni garuu waan baasaa ka Yesus taasise maraan, ni gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbii tana yennaa inni dubbate, worri isa mormu mara qaanowe; kolbaan ammoo kancira inni huje maratti gammadde.