Luke 13:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus “Mootummaan Waaqaa maan fakkaatti? Maaniin isii wol fakkeessina?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni duuba waan jed'e, Finni Waaqa maani fakaata? Maani woli fakeesa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Mootummaan Waaqaa maan fakkaattii? Maaniin walfakkeessa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yesuus, «Jeennanni Rabbii maal fakkaatti? Ani maali'iin wol fakkeessa?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Yesuus, «Jeennanni Rabbii maal fakkaatti? Anillee maali'iin wol fakkeessa?» jedhee gaafate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus akkana ni jedhe, «Mootummaan Waaqaa maali'itti fakkeefamitti? Yookiin maali'iin wolitti isii bikkaan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus «‹Mootummaan Waaqaa maan fakkaatti? Maaniin isii wol fakkeessina?› jedhee gaafate.