Luke 13:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Worri Galiila'aa kun, worra Galiila'aa kaan mara caalaa cubbaaleyyii waan te'aneef akkas rakkatane isinitti fakkaataa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Waan jari Galilaya suni nama Galilaya ch'ufa ira dabe seetani, waan worri akasi gaargala argateefi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Waan warrii akkas gaargala argateef waan jarii Galiilaa sun nama Galiilaa cufa irra cubbame seetanii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Namoota Galiila'aa kanniinitti wonti kun wonti isaan irra gayeef, namoota Galiila'aa maraa caalaa cubbamtoota waan ta'aniif isinitti fakkaataa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Namoota Galiila'aa kanniinitti wonti kun wonti isaan irra gayeef, namoota Galiilaa maraa caalaa cubbamoota waan ta'aniif isinitti fakkaataa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Eegaa namoonni Galiila'aa kunniin, badiin kun isaan irra ka gaye, namoota Galiila'aa kanniin irra caalaa cubbamoota waan turaniif, sanitti fakkaataa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Worri Galiila'aa kun, worra Galiila'aa kaan mara caalaa cubbaaleyyii waan te'aneef akkas rakkatane isinitti fakkaataa?