Luke 13:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammalle, “Mootummaa Waaqaa maaniin wol fakkeessa?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yesoni waan jed'e, Finna Waaqa maani wolfakeesa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Yesus, “Mootummaa Waaqaa maaniin walfakkeessa?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammallee akkana jedhee gaafate, «Jeennata Rabbii maaliin wol fakkeessa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammallee akkana jedhee gaafate, «Jeennata Rabbii maaliin wol fakkeessa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee deebi'ee akkana ni jedhe, «Mootummaa Waaqaa maali'iin wolitti isii bikkaan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammalle, «Mootummaa Waaqaa maaniin wol fakkeessa?