Luke 13:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin akka uukoo dubartiin takka fuutee bullaa guddo'oon mattee, uukoon sun isii mara bukeessituu fakkaa ti” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bukho fakaata, ta nad'eeni fuute mid'aani guddo ka daakhaniti nat'u, haga ch'ufti bukhaaniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Mootummaan Waaqaa bukoo nadheen fuutee haga cuftii buka'aaniitti midhaan guddoo daakaniitti naxxu fakkaatti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raacitii dubartiin takka fuutee daakuu kooboo sadihiititti safartee haga bukaawutti wolitti matte fakkaatti» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Raacitii dubartiin takka fuutee daakuu kooboo sadihiititti safartee haga bukaawutti wolitti matte fakkaatti» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaan Waaqaa, dubarttii takka ta miciqaa maraa akka isi'ii bukaayuuf, daakuu safarttuu sadihii keessatti shiishaa micixxe ni fakkaati.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin akka uukoo dubartiin takka fuutee bullaa guddo'oon mattee, uukoon sun isii mara bukeessituu fakkaatti» jedhe.