Luke 13:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus gara Yerusaalemii adoo dhaquu, qachootaa fi olloota keessatti kolbaa barsiisaa dabare.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ato Yerusalemuti deemu diraafi ollowaani keesa dedeeme barsiise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus adoo Yerusaalemiitti deemuu diraa fi olloowwaan keessa dedeemee barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus hennaa gara Yerusaalemii deemu qachootaa fi gandiin keessatti barsiisa'aa keessa lufa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus hennaa gara Yeruusaalemii deemu qachootaa fi gandiin keessatti barsiisa'aa keessa lufa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus gara Yerusaalemii yoo deema'aa jirutti, magaala'aa fi baadiyya'atti'llee barsiisa'aa ni dabrra ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus gara Yerusaalemii adoo dhaquu, qachootaa fi olloota keessatti kolbaa barsiisaa dabare.