Luke 13:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, ‘Eessaa akka isin dhuttane ani hin beeku; isin dabaaleyyiin martinuu ila tiyya duraa deema'a!’ jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni waan jed'u, Anini fulla isani baataniifi imbeekhu. Fuula kiyya dura fagaad'a, isani ch'ufti worra dabaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo, ‘Anin garum isan baataniifiiyyuu, hinbeekuu, fuula kiyya duraa fagaadhaa isan cuftii warra dabaatii’ isaniin jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu deebisee, ‹Ani isin hin beeku; eessaa akka dhuftan isin hin beeku; isin worri hamaa hojjattan maruu na irraa fagaadhaa'a› isiniin jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni garuu deebisee, ani isin hin beeku, ‹Eessaa akka dhuftan isin hin beeku; isin worri hamaa hojjattan maruu narraa fagaadhaa'a› isiniin jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee irra deebi'ee, ‹eessaa akka dhufittan hin beeku, isin hamaa raawwattoonni marrinuu, ana irraa fagaadhaa!› isiniin ni jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, ‹Eessaa akka isin dhuttane ani hin beeku; isin dabaaleyyiin martinuu ila tiyya duraa deema'a!› jedha.