Luke 13:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan gara aduun baatuu fi aduun seentuun, olii fi gadiin dhuttee mootummaa Waaqaa keessa teettee hin nyaatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami mirga bitaa d'ufe, oli gadi d'ufe, Finna Waaqa keesati sagale nyaatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii ila boruutii fi ila galuchiitii, mirgaa fi bitaa dhufee, Mootummaa Waaqaa keessatti sagalee nyaatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutii, kaabaa fi kibbaa namoonnillee hin dhufan. Jeennata Rabbii keessa taa'anii hurbaataa nyaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutii, bita'aa fi mirgaa namoonnillee hin dhufan. Jeennata Rabbii keessa taa'anii hurbaataa nyaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni baayi'een baya adu'uutii fi dhiyaa, kaabaa fi kibbaa ni dhufan, Mootummaa Waaqaa titti'llee nyaataaf ni taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan gara aduun baatuu fi aduun seentuun, olii fi gadiin dhuttee mootummaa Waaqaa keessa teettee hin nyaatti.