Luke 13:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waawoo! Ani isinitti hima, isin martinuu yoo cubbuu teessan irraa deebi'uu dhaddane, akkuma isaanii hin baddan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniini jed'u, Hiyyo, akasiiniti. Ammo yo isanileeni daba iraa deebiu baatani akasuma baddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyoo akkasiiniti, anin isanitti himaa, isaniilleen yo cubbuu irraa deebi'uu baattan akkasuma baddan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti; isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wa'a! Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo, isin maruu cubbuu irraa deebitanii yoo aagii hin galle hin baddan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Miti, gara Waaqaa deebi'uu yoo dhabaattan, isaan'llee akkuma isaanii ni baddan› isiniin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwoo! Ani isinitti hima, isin martinuu yoo cubbuu teessan irraa deebi'uu dhaddane, akkuma isaanii hin baddan.