Luke 13:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri amma duuba jiru, worra duraa hin te'a; worri amma dura jiru worra duubaa hin te'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gaafasi nami eege ka qara taha, nami qara ka eege taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa gaafasii namii eegee ka duraa ta'a, namii duraa ka eegee ta'a” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra maayessaa keessaa worri dura ta'an, worra duraa keessaallee ka maayessa ta'u hin jira.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra maayessaa keessaa worri dura ta'an, worra duraa keessaallee ka maayessa ta'u hin jira».
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf worri duuba irraa dursitoota ni ta'an, dursitoonni worra duuba irraa ni ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri amma duuba jiru, worra duraa hin te'a; worri amma dura jiru worra duubaa hin te'a» jedhe.