Luke 13:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waawo'o! Ani isinitti hima; isinille cubbuu teessan irraa yoo deebitane malee, isin martinuu akkuma isaanii hin baddan” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini isaniini jed'u, Hiyyo, akasiiniti. Ammo yo daba iraa deebiu baatani isanileeni akasuma baddani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hiyyoo akkasiiniti, anin isanitti himaa, isan cuftii yo cubbuu irraa deebi'uu baattan akkasuma baddan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isinitti hima akkasii miti, isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii yoo aagii hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani isinitti hima akkasii miti, Haata'uu ammoo isinillee cubbuu keessan irraa deebitanii aagii yoo hin galle isin maruu akkasuma baddan» isiniin jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miti! Gara Waaqaa titti deebi'uu yoo dhabaattan, isin'llee akkuma isaanii titti ni baddan, isiniin jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waawwo'o! Ani isinitti hima; isinille cubbuu teessan irraa yoo deebitane malee, isin martinuu akkuma isaanii hin baddan» isaaniin jedhe.