Luke 13:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus mammaassa kana isaanitti mammaakee, “Namichi fichaa ifii keessatti muka harru'uu dhaabbateeru tokko jira. Inni midhaan isii irraa barbaadatiisaaf dhaqee womaa irraa dhabe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni mammaasa kana worrati hime waan jed'e, Nami toko mukha odaa oobru ufi keesati oobre; d'ufe mid'aani ira barbaade d'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus mammaassa kana warratti himee, “Namii tokko muka odaa oobruu ufii keessatti oobree; dhufee midhaan irra barbaadee dhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yesuus akkana jedhee mammaaka kanaan isaanitti dubbate, «Nama ashaakiltii woyini'ii keessatti muka hurbu'uu dhaabate tokkotu jira; Sanyii irraa argadha jedhee laalu'uuf dhufe; garuu womaa irratti hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana jedhee mammaaka kanaan isaanitti dubbate. Nama ashaakiltii woyinii keessatti muka hurbu'uu dhaabate tokkotu jira. Sanyii irraa argadha jedhee laaluuf dhufe; garuu womaa irratti hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus fakkeenna kana isaanitti ni hime, «Naminni tokko bakka biqilttuu woyinni'ii keessatti ta dhaabamitte mukattii harbbu'uu takka ni qaba ture, mukattii harbbu'uu san irraa'llee firii ni arigadha jedhee yoo dhaqu, firii woyiituu uduu hin arigatin ni hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus mammaassa kana isaanitti mammaakee, «Namichi fichaa ifii keessatti muka harru'uu dhaabbateeru tokko jira. Inni midhaan isii irraa barbaadatiisaaf dhaqee womaa irraa dhabe.