Luke 13:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre inni namicha fichaa isaa hujuun, ‘Ilaa, ani muka harru'uu kana irraa midhaan barbaadatiisaaf woggaa sadi dhufeera; ammoo haga ammaa womaa irraa hin dhagganne. Isii muri, maaf lafa balleessiti?’ jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni nama oobru eeguuni jed'e Ilaali, ganna sadi mid'aani mukha odaa kana iraa fed'ad'e d'abe. Muri; maafi lafa d'owata?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan nama oobruu eeguun, ‘laal ganna sadii muka odaa kana irraa midhaan fedhadhee dhabee, muri! Maaf lafa dhowwata?’ jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee hojjataa ashaakiltii woyini'iitiin, ‹Muka hurbu'uu tana irraa sanyii fudhachu'uuf woggaa sadihiif deddeebi'aa ture; haa ta'uu ammo womaa irraa hin arganne. Muri, maaf lafa balleessitii?› jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee hojjataa ashaakiltii woyini'iitiin, ‹Muka hurbu'uu tana irraa sanyii fudhachu'uuf woggaa sadihiif deddeebi'aa ture. Haata'uu ammoo womaa irraa hin arganne. Muri, maaf lafa balleessitii?› jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf hojjataa biqilttu'uu, ‹kunoo, mukattii harbbu'uu tana irraa firii argachu'uuf woggaa sadihii guutuu ni dedeebi'e, garuu firii woyiituu isi'ii irratti hin arganne, amma garuu muri! Waayee maali'iitiif lafa balleessiti?› jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni namicha fichaa isaa hujuun, ‹Ilaa, ani muka harru'uu kana irraa midhaan barbaadatiisaaf woggaa sad dhufeera; ammoo haga ammaa womaa irraa hin dhagganne. Isii muri, maaf lafa balleessiti?› jedhe.