Luke 13:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bara dhufu midhaan yoo buutte dansa'a! Ammoo yoo buusuu dhadde hin murta!’ jedheen” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba yo mid'aani ganna d'ufu baase dansa; ammo yo imbaasiini imurta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba yo ganna dhufu midhaan baase dansaa; ammoo yo hinbaasin inmurtaa’ ” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uf afoo yoo daraarteef misha'a; yoo hin taane ammo hin murta›» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uf afoo yoo daraarteef misha'a; yoo hin taane ammoo hin murta jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woggaa dhufuuf firii yoo kennite misha'a, kana ta'uu yoo dhabaate garuu ni muramitti› jedhe.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara dhufu midhaan yoo buutte dansa'a! Ammoo yoo buusuu dhadde hin murta!› jedheen» jedhe.