Luke 14:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa Sanbataa tokko, Yesuus sagalee nyaatiisaaf, gara mana sooreyyii Fariisaayota keessaa tokkochaa dhaqe; worri achi jiranu isa gaadiisatti jiraniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya Sabato toko Yesoni mana nama gudda toko ka Farisayo sagale nyaachu d'annaani, biyyiti teete isa daawate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa Sanbataa tokko Yesus mana namicha guddaa Fariisotaa tokkoo sagalee nyaachuu dhandhaan, biyyitii teettee isa daawwatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa Sambataatiin Yesuus hurbaataa nyaachu'uuf gara mana bulchaa Fariisotaa keessaa gara mana nama tokkoo hennaa dhaqe; worri isa gaadu ijaan eega'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa Sambataatiin, Yesuus hurbaataa nyaachu'uuf, gara mana bulchaa Fariisotaa keessaa gara mana nama tokkoo dhaqe; worri gaadu isa eega'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa Sanbbataatiin Yesus, itti gaafatamoota Fariisotaa keessaa gara mana tokkoo laaqana nyaachu'uuf ni aseene, Fariisonni garuu waan inni raawwatu laalu'uuf, ni eeggataniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa Sanbataa tokko, Yesuus sagalee nyaatiisaaf, gara mana sooreyyii Fariisaayota keessaa tokkochaa dhaqe; worri achi jiranu isa gaadiisatti jiraniiyyu.