Luke 14:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami ifi guddisu maraa hin diqqaata, nami ifi diqqeessu maraa hin guddata” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami ufi guddisu ch'ufti indiqaata, ammo nama ufi diqeesu inguddisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiifii namii ufii guddisu cuftii indiqqaata; namii ufii diqqeessu ammoo hinguddata” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka ol uf qabu maruu hin salphata; Ka gad uf qabu ammo hin kabajjama.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mataa isaa ka ol qabu ni salphata, mataa isaa ka salphisu garuu, ol ni jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ifi guddisu maraa hin diqqaata, nami ifi diqqeessu maraa hin guddata» jedhe.